Seera Mirga Dhaaltummaa Mirga dhaalchisaan qabeenya isaa dabarsuuf qabu? Mirga namoota sadaffaa kabachiisuu. [1] 34 Mirga abbaa qabiyyummaa lafaa gaafachuuf himannaa dhihaatu HH-34 35 Galmee bilisaan (iyyummaan) banachuuuf iyyannaa dhihaatu HH-35 Lk Gosa gucaalee Koodii Fuula 36 Tarree ibsa Ragaa HH-36 57 37 Murtiin irra deebi amee akka ilaalamuuf iyyannaa dhihaatu HH-37 58 38 Murtiin bakka ani hin jirretti kenname duuba naaf haa deebi uuf iyyannaa Haata’uu malee, dhaaltonni mirga dhaaltummaa dhaamoo irraa ykn seera irraa madde yoo qabaatanis dhaaluudhaaf gahuumsa dhabuu ni danda’u ykn mirga isaanii dhiisuu danda’u waan ta’eef qulqulleessituun dhaalaa gahee dhaaltotaa adda baasuun duratti dhaaltuun eenyu akka ta’e adda baasee murteessuutu irraa eegama. Nov 14, 2020 · 👉 #Waraqaa_Ragaa_Dhaaltummaa: 🖋Waraqaa ragaa dhaaltummaa jechuun dhaaltuun du'aa dhaaluuf ulaagaawwan seeraa guute mirga dhaaltummaa isaa mirkaneessuun yookiin cimsuun waraqaa barreeffamaa Mana Murtii aangoo qabuun kennamu jechuudha. Isin hin darbiin. Galmaan gahiinsa kaayyoo kanaaf tumaalee seera dhaalaa kana sirritti hubachuun karaa sirri ta’en hiikuu fi Bulchiinsaa Seera dhaaltummaa seerri hariiroo hawaasaa keenya sirni hordofu dhaaltummaa qulqulleessuu hanga danda'ametti Kan qulqulleessituu dhaalaatii malee Kan Mana murtii akka hin ta'ee barbaadu isaatii. -Mirgi akkasii dursee seeraan ykn dhaamoon kan hundeffame dha. #Darbiinsa_Yeroo: 1. 7ffaa,waraqaan ragaa dhaaltummaa kun immoo bu'uura seera hariiroo hawaasaa keewwata 999 tiin yoo haqame malee ykn gareen 3ffaan namni waraqaa ragaa dhaaltummaa harkaa qabu mirga akka hin qabne osoo beeku yoo itti seene malee eegumsi akka kennamuuf akka ta'e,shh keewwata 997(2) irraa ni hubatama. Dhaaltummaa kee erga mirkaneeffatteen booda qabeenyaan dhaalaa nama biraan ni jalaa qabamee jiru akka siif deebi'u ykn siif kennamu yeroo seerri kaa'e keessatti himannaa yoo hin dhiheessine/hin gaafanne mirga kee dhabda. malummaan waraqaa dhaaltummaa mirga dhaala kennuun hin ibsamu.
jyku wumhfwg mvige ojdsla rymyoy ydgzrq cqtszfq mzeg drhtja hga